Al-Muyassar

Ar-Ra'd · 13:21

وَالَّذِينَ يَصِلُونَ مَا أَمَرَ اللَّهُ بِهِ أَنْ يُوصَلَ وَيَخْشَوْنَ رَبَّهُمْ وَيَخَافُونَ سُوءَ الْحِسَابِ

Ammas warra waan Rabbiin akka inni fufamu ajaje fufanii Gooftaa isaaniis sodaataniifi hamaa qormaataa sodaataniidha.

Tafsiirri kun Afaan Arabaatiin. Afaan keessaniin tafsiirri hin jiru. Al-Mukhtasar Afaan Ingiliffaan dubbisaa: Al-Mukhtasar (English)

وهم الذين يَصِلون ما أمرهم الله بوصله كالأرحام والمحتاجين، ويراقبون ربهم، ويخشون أن يحاسبهم على كل ذنوبهم، ولا يغفر لهم منها شيئًا.

13:21 · Al-Muyassar

Al-Muyassar - Ar-Ra'd 13:21 · Tlawati