Suuraa 9 · Juz 11
At-Tawbah · 9:128
لَقَدْ جَاءَكُمْ رَسُولٌ مِنْ أَنْفُسِكُمْ عَزِيزٌ عَلَيْهِ مَا عَنِتُّمْ حَرِيصٌ عَلَيْكُمْ بِالْمُؤْمِنِينَ رَءُوفٌ رَحِيمٌ
Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti jabaatu, kan isiniif (akka amantanuuf) bololu, mu’uminootaaf immoo mararfataa, rahmata godhaa ta’e isinitti dhufeera.
Tafsiira
Afaan keessanitti tafsiirni hin jiru. Kun Al-Mukhtasar Afaan Ingiliffaati.
128. There has come to you O Arabs, a messenger from among your own selves and from your lineage, who is an Arab like you. What is difficult for you is difficult for him. He is concerned about you, calling you to have faith in your Lord, and he is kind and compassionate with the believers.
Dubbistuu keessatti bani - Suuraa guutuu dubbisi